Pireezidantiin Bulchiinsa yeroo Tigraayi Leetanaal Janaraal Taaddasaa Warradaa Mootummaa Federaalaa waliin mari'achuuf Finfinnee jiru. Bulchiinsi Yeroo Tigraay ibsa baaseen, Taaddasaa Warradaa jila ...
Gareen TPLF Gamtaan Afirikaafi michoonni addunyaa dhimma Tigraay callisanii ilaaluu akka hin qabne xalayaa kaleessa Komishiinii Gamtaa Afrikaatti barreessen gaafateera. Garichi rakkoon gargaarsa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results